Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 2:20 - WAADAA LAMMATAA

20 Haata'uu ammoo ta ani raaga ufiin jettee garboota kiyya akka seebaran, waan waaqa tolfama'aaf qalame nyaatan ta barsiiftuuf ta dogoggorsitu dubartii san Elzaabeliin waan itti cadhifteef waan sirratti ceem'u qaba.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

20 Garuu waan si irratti ashu tokko ni qaba, kun'llee, ‹Ani nabiyyitti'i› dubarttii jettu Eelzaabeeliin lashi itti jettee obissiteefii jirtta, isin'llee tajaajilttoonni kiyya akka sagaagalanii fi foon Waaqa harkaan hojjatamaniif qalame'llee akka nyaataniif barsiisu'uun, isaan dogoggorssitee jirtti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

20 Haa ta'uu ammo ta ani raaga ufiin jettee garboota kiyya akka seebaran, waan waaqa tolfama'aaf qalame nyaatan ta barsiiftuu fi ta dogoggorsitu dubartii san Elzaabeliin waan itti cadhifteef waan si irratti ceem'u qaba.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 2:20
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

waaqolee tolfamaa, battummaa, seebaruu, horii ufiin du'ee fi dhiiga irraa akka fagaatan isaanii barreessu'uuf kutadheera.


Namni tokkollee kun ciincaa waaqa tolfama'aaf dhiyaate yoo isiniin jedhe; sababa namichi waan san isinitti himeef sababii shakkii qalbii teessaniitiif hin nyaatinaa'a.


Haata'uu ammoo waan diqqoo sirratti ceem'u qaba. Innillee ijoollee Isiraa'eliitiif gufuu ta'u'uuf nyaata waaqa tolfama'aaf dhiyaate nyaata'aa, seebara'aati worri barumsa Bala'aamii ka Balaaqiin barsiise duukaa bu'aan si woliin achi waan jiraniif.


Haata'uu ammoo waan sirratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ