Mudhata Yohaannisii 2:18 - WAADAA LAMMATAA18 «Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa ta Tiyaaxiroon keessa jirttu akkana jedhii barreessi. Ilmi Rabbii ka ija akka arraba ibiddaa ka lutti isaa akka sibiila boola ibiddaa keessatti oo'ee diimate fakkaatu qabu akkana jedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa18 Maleyikkaa woldaya amantii Tiyaaxirooniitiif akkana jedhii barreessi, Kun arraba ibiddaa ija fakkaatan ka qabu irraa fi sibiila diimaa mukukula ibiddaatiin baqe miila fakkaatan ka qabu, Ilma Waaqaa irraa ka dubbatame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu18 «Maleekkaa woldaa Kiristaanaa ta Tiyaaxiroon keessa jirtu akkana jedhii barreessi. Ilmi Rabbii ka ija akka arraba ibiddaa, ka lutti isaa akka sibiila boolla ibiddaa keessatti oo'ee diimate fakkaatu qabu akkana jedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |