Mudhata Yohaannisii 2:13 - WAADAA LAMMATAA13 «Hulee teessoon mootummaan seexanaa jiru akka jirtu ani hin beeka. Maqaa kiyyaallee hin eedda bara Antiphaas amanamaan ragaa kiyyaa isin biratti ajjeefame ati amantaa narraa qabdu hin waakkanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa13 ati bakka teessoon sheexanaa jiru jiraachuu kee ni beeka, haa ta'u malee maqaa kiyya jabeessitee qabatee jirta, amantii ana irratti qabddu'llee hin waakkanne, ragaa kiyya amanamaa ka ture Antiiphaan'llee, bakka sheexanni jiraatu magaalaa kee keessatti yoma ajjeeffametti'llee, anatti amanuu kee hin dhiifnne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu13 «Hulee teessoon mootummaan seexanaa jiru akka jirtu ani hin beeka. Maqaa kiyyallee hin eedda; bara Antiphaas amanamaan ragaa kiyyaa isin biratti ajjeefame ati amantii na irraa qabdu hin waakkanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |