Mudhata Yohaannisii 19:6 - WAADAA LAMMATAA6 Laagaa akka laagaa banii hedduu laagaa akka laagaa bisaan gudda'aa laagaa akka laagaa gigissaa gudda'aa jiru hennaa akkana jedhu dhagaye. «Hallee luyyaa! ka maraa bulchuu Waandhi Gooftaan keenna waan mooyeeruuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Qooniqqi namoota baayi'ee, qoonqqa bishaanii yaa'uu, qoonqqa bakakkaa cimittu'uu'llee qooniqqi fakkaatu akkana yoo jedhu ni dhagaye, «Haalle luyyaa!» Waaqinni keenna Gooftaa maraa dandda'u ni moo'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Laagaa akka laagaa banii hedduu, laagaa akka laagaa bisaan gudda'aa, laagaa akka laagaa gigissaa gudda'aa jiru ka akkana jedhu dhagaye, «Halee luyaa! ka maraa bulchu Waandhi Gooftaan keenna waan mooyeeruuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |