Mudhata Yohaannisii 19:5 - WAADAA LAMMATAA5 Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galateeffadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Kanaan duubatti, «Tajaajilttoonni isaa sodaattan marrinuu maandhotaa fi hangafoonni'llee, Waaqa keenna galateeffadhaa!» qooniqqi jedhu, teessoo irraa ni baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galatoonfadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |