Mudhata Yohaannisii 19:1 - WAADAA LAMMATAA1 Asiin maayii sami'itti, «Hallee luyyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbotaa harka isi'iitti haluu baaseef» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti akkana ka jedhu qooniqqa ol aanaa namoota baayi'ee fakkaatu, sami'itti ni dhagaye, «Hallee luyyaa! Fayyisu'uu fi ulfinni, huminniti'llee, ka Waaqa keennaati! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Kanaan maayessa sami'itti, «Halee luyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbootaa harka isi'iitii haluu baaseef; အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |