Mudhata Yohaannisii 18:7 - WAADAA LAMMATAA7 Haguma isiin uf kabajjiteef haga uf boonsiteen miidha'aa fi gadda isi'ii kennaa'a. Onnee isi'ii keessatti, «Ani mootittii ta'ee jiraadha, haadha hiyyeessaa hin ta'u, horomaa hin gaddu» waan jetteef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 haguma isiin ulfinnaa fi itti toliinssa mataa isi'iitiif kenniteen, makkaraarnnaa fi gadda kenna'aafii, isiin onnee isi'ii titti, ‹akka mootitti'ii titti taa'ee jira, haadha hiyyeessaatii miti'llee gaddi'llee gonkumaa narra hin gayu› jechu'uun, ni dhaadatti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Haguma isiin uf kabajjitee fi haga uf boonsiteen miidha'aa fi gadda isi'ii kennaa'a. Onnee isi'ii keessatti, «Ani mootittii ta'ee jiraadha, haadha hiyyeessaa hin ta'u, horomaa hin gaddu» waan jetteef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |