Mudhata Yohaannisii 18:6 - WAADAA LAMMATAA6 Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 haga isiin kenniteen isi'ii kennaa, hujii isiin raawwatteen'llee dachaa kafala'aafii, Duloo isiin dhugaatii adda addaa itti wolitti makitte keessatti, dacha'aa fi cimaa taasisa'aatii wolitti jalaa makaa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |