Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 18:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Isii keessa dhiinni raattotaatii fi woyyootaa, dhiinni worra lafarratti goorra'amee maruu, isii keessatti argameera.»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

24 «Isii keessatti arddiin nabiyyootaa fi Qulqullu'uu irratti dhiiginni namoota ajjeefamanii marrinuu, argamee jira.»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

24 Isii keessa dhiinni raattotaatii fi woyyootaa, dhiinni worra lafa irratti goorra'amee maruu, isii keessatti argameera.»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 18:24
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe.


Waan dhiiga woyyootaatii fi raattotaa jissaniif. Akkasuma dhiiga isaan obaafteerta. Waan isaan barbaachisuuf!» jedhee yoo dubbatu dhagaye.


Murteen isaa dhuga'aa fi qajeelaa waan ta'eef, fayyisuun, ulfinni, hunnillee ka Waaqa keennaati! jedhee hennaa dubbatu laagaa akka banii hedduu dhagaye.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.


Dhiiga Aabeelii nama qajeela'aa irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu isa isin mana woyyu'uu mi'a kenna'aa irratti ajjeeftan, dhiiga qajeellotaa ka lafatti jige maraafuu hin gaafatamtan.


«Isin Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! gubbaan keessan bareedee mudhata, keessi keessan ammo awwaala noora'aan dibame, lafee worra du'eetii fi waan battii maraan guuttame waan fakkaatuuf isin aanne'e!


Sunninillee akkasuma Gooftaa Yesuusiin ajjeesanii, raattotaa fi nullee hin ari'an, Rabbiinillee hin gammachiisan, namoota maraa hin morman.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ