Mudhata Yohaannisii 18:22 - WAADAA LAMMATAA22 Worri dibbee dhayanii fi laagaa faarfatu meeshaa laagaa adda addaa qabu; laagaan finge'eetii fi xurumbaa afuufamu ammaa achi sirimaa si keessatti hin dhagayamu. ogummaan harkaa marti ogeessi tokkollee amma achii si keessatti sirima hin argamu, laagaan baaburaa, ammaa achi si keessatti sirima hin dhagayamu; အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa22 Qooniqqi worra kiraara sirreessaniitii fi qooniqqi worra sirbitootaa, qooniqqi worra ulullee afuufittotaatii fi qooniqqi worra xurunbbaa laali'ii afuufittotaa, deebi'ee si keessatti hin dhagayamu, ogummaa hujii harkaa ka bifa kamiituu naminni ogeessi hojjatu ammaa achitti si keessatti hin argamu, qooniqqiti dhagaa daakka'aa'llee ammaa achitti si keessatti hin dhagayamu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu22 Worri dibbee dhayanii fi laagaa faarfatu meeshaa laagaa adda addaa qabu; laagaan finge'eetii fi xurumbaa afuufamu; ammaa achi sirimaa si keessatti hin dhagayamu; ogummaan harkaa marti, ogeessi tokkollee ammaa achi si keessatti sirima hin argamu; laagaan baaburaa, ammaa achi si keessatti sirima hin dhagayamu; အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |