Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 18:20 - WAADAA LAMMATAA

20 «Sami'ii, woyyoota, ergamtootaa fi raattota isi'itti gammadaa'a! Rabbi waan isinii murteesseeruuf»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

20 Yaa samii! Isi'iin gammadi! Waaqinni waayee keessaniif isii irratti waan murtteesseef, isin Qulqulloonni fi ergamittoonni, nabiyyoonni'llee, gammadaa!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

20 «Samii'i! isi'itti gammadi; woyyoota, ergamtoonninii fi raattonnillee gammadaa'a! waan isiin isin irra geessiteef Rabbi waan isi'itti murteesseeruuf»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 18:20
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hundee ergamtootaatii fi raattotaa irratti ijaaramtaniirtan. Utubaan dhaga'aallee Yesuus Kiristoos.


Kunillee worri Yihuudii hin taane, akka woliin jeennata galaniif qaama tokkonillee akka woliin taa'aniif, lallaba Oduu Nagayaa abdii dubbii Kiristoos Yesuusiitiin ta'e woliin akka qoodaman woyyoota, ergamootaa fi raattotatti akkuma amma Ayyaanaan mudhate, dhossaan kun tanaan dura dhaloota biraa biratti ilmaan namaatitti hin beekkamne.


Innillee gari garii ergamoota, kuuwwan raattota, kuuwwan worra Oduu Nagayaa lallabuu, kuuwwanillee tisse'ae fi barsiisoota akka ta'an kennaa kenne.


Isin ammoo jaalatamtoota tiyya dubbii Gooftaa Yesuus Kiristoosii ka ergamtoonni dursanii dubbattan qaabadhaa'a.


Kanaafuu isin worri sami'ii fi samii keessa jirtan gammadaa'a, lafaa fi galaana isaan hobbaasi, daabiloos akka barri hagoon hafe beekee, aarii gudda'aan gara keessan waan bu'eeruuf.»


Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a!


«Gooftaa, dhuga'aa fi woyyuu keenna haga yoomii hin murteessitu? dhiigaa keenna worra lafa irra jiraatan harkaa maaf haluu nu hin baafne?» jedhanii laagaa gudda'aan iyyan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ