Mudhata Yohaannisii 18:17 - WAADAA LAMMATAA17 Qachaa guddoo uffata haphii fuuttaa'a, uffata dhiilgee diimaa uffattee, worqi'ii fi dhagaa gatii guddaa waan gatii guddaa badhaafamteef isi'ii hobbaasi! isi'ii hobbaasi! durummaan hagana gayu sa'aatii tokko keessa waan badeef jedha'aa dhaabatan. Worri markaba ofuu fi worri markabaan hulee maraa deemu maruu, worri markabaa, worri galaana irraa fayyadaman maruu fagoo dhaabatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa17 Qabeenni hagasii marri saa'aatii tokkotti ni bade!» ni jedhan. Ajajoonni dooni'ii marri, namoonni dooni'iin deeman marri, doonii irra worri hojjatanii fi garba ciisaa irratti worri daldalan marrinuu fagoo ni dhaabatan, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu17 Sun maruu sa'aatima tokko keessatti badan. Worri markaba ajajan maruu worri markabaan karaa deeman maruu, worri markaba keessa hojjatan martinii fi worri jireenna ufii galaana irratti hundeeffatan maruu, fagoo dhaabatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |