Mudhata Yohaannisii 18:14 - WAADAA LAMMATAA14 «Daraaraan ati dharraate si bira lufeera. Wonti si boonsuu fi ka si qandhafsiisu martuu si jalaa badeera; ammaa achi namoonnillee sirima isaan hin argatan» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa14 Daldalttoonni'llee, «Ati ka hawwite wonittoonni mishaawwan marrinuu si irraa fagaatanii deemanii jiran, qabeenni keetii fi faayyonni kee marri'llee badanii jiran, ammaa achitti kanniin maraa gonkumaa isaan hin arggattuun!» isi'iin ni jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu14 «Daraaraan ati dharraate si bira lufeera. Wonti si boonsuu fi ka si qandhafsiisu martuu si jalaa badeera; ammaa achi namoonnillee sirima isaan hin argatan» အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |