Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 17:9 - WAADAA LAMMATAA

9 «Sammuun ogummaa qabu kanaan, mataan torban ka intalti sun irra teette gaara torban.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 «Ogummaa ka qabu sammuun ka barbaadamu asi irratti, mataawwan torbban dubarttiin ka isaan irra teettee jirttu gaarota torbban.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 «Sammuun ogummaa qabu kanaan, mataan torban ka intalti sun irra teette gaara torban.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 17:9
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Yesuus ammallee, «Akkuma raagaan Daani'el dubbate, ‹Farra badi'ii› hulee woyyitti'ii dhaabatee yoo argitan, ka kana dubbisu haa hubatuu!


Bineensi tokkollee uduu galaana keessaa bayu arge. Gaafa kudhanii fi mataa torba qaba. Gaafa isaa irra qoobii kudhanii fi mataa isaa torban irraa maqaa arrabaatitu jira.


Wonti kun ogummaa barbaada ka sammuu qabu laakkofsa bineensaa haa laakkayuu. Laakkofsi laakkofsa namaa waan ta'eef, laakkofsillee dhibba jahaa fi jahaatamii jaha.


Intalti ati argite, ta qachaa guddoo mootota lafaa irratti mootu» jedhe.


Ayyaanaan gara gammoojji'ii na fidee intalti takka ta maqaan arrabbaa irra jiru ta mataa torbaa fi gaafa kudhanii qabdu ta bineensa diimaa irra teetu arge.


Maleekkaanillee, «Maali'iif maalalfattaa?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaaya'aa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ