Mudhata Yohaannisii 17:7 - WAADAA LAMMATAA7 Maleekkaanillee, «Maali'iif maalalfattaa?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaaya'aa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 Maleyikkichi garuu akkana naan ni jedhe, «Waayee maali'iitiif dinqisiifatta? Dhossaa dubartti'iitii fi ka isiin irra teette, mataawwan torbaa gaaffan kudhanii ka qabu, dhossaa bineenssichaa siif ni ibisa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Maleekkaanillee, «Maaf maalalfatta?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaayaa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi ati argite duri jira, amma ammoo hin jiru, ashuuteen keessaa bayu'uuf ta'a, gara badi'iillee hin deema, worri maqaan isaanii uumama adunya'aa irraa jalqabee Kitaaba jireennaatitti hin barreeffamne, worri lafa irra jiraatan akka bineensi jiru, ka amma hin jirre, deebi'ee akka dhufe haga argan hin maalalfatan.