Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 17:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Ayyaanaan gara gammoojji'ii na fidee intalti takka ta maqaan arrabbaa irra jiru ta mataa torbaa fi gaafa kudhanii qabdu ta bineensa diimaa irra teetu arge.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Kanaan duubatti maleyikkichi Hafuuraan gara lafa gammoojji'ii ana ni fudhate, gara inni qabu marattuu maqaa arrabaa ka itti barreeffaman, mataawwan torbaa fi gaaffiin kudhanii ka qabu, bineenssa diimaa irra ka teette, dubarttii takka ni arge.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Kanaan maayessa Ayyaanaan gara gammoojji'ii na fidee intalti takka ta maqaan arrabaa irra jiru, ta mataa torbaa fi gaafa kudhanii qabdu, ta bineensa diimaa irra teettu arge.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 17:3
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Uffatallee isa irraa mulqanii uffata diimaa itti uwwisan.


Bisaan keessaa haga bayaniin maayessa Ayyaanni Goofta'aa Filiphoosiin hin fudhateen. Namichi qaama hormaataa hin qabne deebi'ee isa hin argine; gammada'aa karaa ufii deeme.


«Ani Rabbi jedha'aa» labsi'iin hima'aa, haga mana woyyuu Rabbii keessatti, worra Waaqa jedhaman maraa caalaa, ka namoonni kaddaaman maraa ol ka uf qabuu fi morma'a.


Ani guyyaa Goofta'aa Ayyaana Rabbiitiin guuttamee ture, laagaa guddaa xurumbaa fakkaatu uf duubatti dhagaye.


Isiinillee afoo bofaatii bara, barootaa fi wodhakkaa barootaa gara lafa gammoojji'ii waa itti nyaattuu barartee akka fagaattu koolli bajjaa lamaan gugurdaan kennameef.


Malkanni biraallee sami'itti mudhate. Jawween guddaan diimaan, mataa torbaa fi gaafa kudhan qaba. Mataa isa irraa qoobii torbatu jira.


Dubartittiin guyyaa kuma tokkoo fi jahatamaa achitti akka isii sooran gara hulee, Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.


Intalti ati argite, ta qachaa guddoo mootota lafaa irratti mootu» jedhe.


Intalattiin sun uffata diima'aa fi hamara uffattee worqi'ii fi dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aatiin bareede harka ufiititti waan nama shakkisiisaa, xuwwee worqi'ii ka seebarri'ii fi battumma'aan guuttame qabatte.


Fe'aan sunillee worqi'ii fi birri'ii, dhagaa gatii gudda'aa waan gatii gudda'aa uffata fuutta'aa, diimaa dhiilgee, dhiilgee muka urgaayu maraa mi'a ilkaan arbaa irraa hojjatame maraa muka gatii gudda'aa naasii sibiilaa mi'a dhagaa adii irraa hojjatame mara,


Ayyaanaan gara gaara guddaa dheera'aa na fide. Hennaa qachaan guddoon woyyittiin Yeruusaalemii ulfinni Rabbii keessa jiru sami'ii Rabbiin biraa buutu natti mudhise. Ifti isi'iillee akka dhagaa guddaa ulfaata'a akka Iyaasiphiidii ta'e akka birrii qulqullayeeti.


Anillee yoosuu Ayyaanaan guuttame; samii keessa teessoon kaayameera; teessoo san irra namatu taa'eera.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ