Mudhata Yohaannisii 17:14 - WAADAA LAMMATAA14 Kunniin hoola'aan lolan, hoolaan sun Gooftaa Gooftotaatii fi mootii mootootaa waan ta'eef, isaan mooyata worri isa woliin jiran worri waamamanii fi worri filataman akkasuma worri amanaman hin mooyatan.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa14 Isaan Hoolcha irratti woraanni ni banan, garuu Hoolchi Gooftaa Gooftotaatii fi nugusa nugusotaa waan ta'eef injifatee isaan ni moo'a, isaan woliin ka jiran, ka waamaman, ka filatamanii fi ka amanamaan.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu14 Kunniin hoola'aan lolan, hoolaan sun Gooftaa Gooftotaatii fi mootii moototaa waan ta'eef isaan mooyata; worri isa woliin jiran, worri waamamanii fi worri filataman akkasuma worri amanaman hin mooyatan.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |