Mudhata Yohaannisii 17:11 - WAADAA LAMMATAA11 Bineensi jiruuf ka hin jirree, saddetaffaa torba keessaa tokko gara badi'ii deema. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa11 Nugufnni saddeetaffaa ka duraan turee fi bineenssa amma hin jirre, inni'llee torbban keessaa tokko, gara badi'ii'llee ni deema.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu11 Bineensi jiruu fi ka hin jirre, saddeetessoo torba keessaa tokko gara badi'ii deema. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi ati argite duri jira, amma ammoo hin jiru, ashuuteen keessaa bayu'uuf ta'a, gara badi'iillee hin deema, worri maqaan isaanii uumama adunya'aa irraa jalqabee Kitaaba jireennaatitti hin barreeffamne, worri lafa irra jiraatan akka bineensi jiru, ka amma hin jirre, deebi'ee akka dhufe haga argan hin maalalfatan.