Mudhata Yohaannisii 17:10 - WAADAA LAMMATAA10 Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa10 Akkuma kana nugusota torbban, shanan kufanii jiran, tokkochi amma ni jira, kuun amma'llee hin dhufinne, inni yoo dhufe yeroo muraasa qofaaf, turuu qaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |