Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 16:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Maleekkaan arfaffa'aa mijuu aduu irratti jisse; namootallee ibiddaan akka gubdu isi'ii kenname.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 Maleyikkaan arfaffaa'llee duloo aduu irratti ni jisse, aduun'llee namoota oo'a isi'iitiin akka gubdduuf huminni ni kennameef,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Maleekkaan arfeesso'oo mijuu aduu irratti jisse; namootallee ibiddaan akka gubdu isi'ii kenname.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 16:8
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.


Aduu, ji'aa fi Urjii irratti, «Malkatatu ta'a. Lafa irrattillee worri Yihuudota hin taanee galaanaa fi laagaa haboonbolatti'iitiin mama'aati dhidhiphatan.


Guyyaan guddaanii fi ulfaataan Goofta'aa uduu hin dhufneen dura, aduun gara dukkanaa; jiini gara dhiigaa hin jijjiirama.


Maleekkaan biraallee ka ibidda irratti baallii qabu hulee ciinca'aatii bayee, ka haamtuu qaramaa qabuun, «Sanyiin gayeera, haamtuu kee qaramaa gadi ergiitii muka woyini'ii ka lafa jiru maraa hurbuu isaa kuti» jedhee laagaa gudda'aan waame.


Hennaa chaappaa jahaffa'aa hiiku, lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka mataa gaddaatitti gurraachatte.


Ammaa achi hin dheebotan aduunii fi oo'i maruu sirima isaan hin miidhu.


Maleekkaan arfaffa'aa Xurumbaa afuufe. Aduun sadi keessaa harki tokko, addeessi sadi keessa harki tokko, urjiiwwan sadi keessaa harki tokko dhayame. Harki sadihii kunniin akka dukkanaawu guyyaan sadi keessa harki tokko akka ifu akkasuma ka halkaniillee'e.


Boolla ashuutellee hin bane; aarrillee akka aarra ibidda gudda'aa dhagaa keessaa baya; aduunii fi qilleensi aara boolla ashuutee keessaa bawuun dukkanaayan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ