Mudhata Yohaannisii 16:18 - WAADAA LAMMATAA18 Laagaan Bakakka'aatiif gigissaan dhagayamee lafti guddiftee sochoote. Haga namni lafarratti uumamee jalqabee sochiin akkanaa guddaan sirimaa ta'ee hin beeku. Kun maraa caale. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa18 Qooniqqi bakakka'aa, ka hangasu'uutii fi sochiin arddi'ii ol aanaan'llee ni ta'e, kana ka fakkaate sochiin arddi'ii ol aanaan naminni arddii irratti haga uumamee jalaqabee, ta'ee hin beeku. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu18 Laagaan Bakakka'aatii fi gigissaan dhagayamee lafti guddiftee sochoote. Haga namni lafa irratti uumamee jalqabee sochiin akkanaa guddaan sirima ta'ee hin beeku; kun maraa caale. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |