Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 16:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Afaan Ibraayisixiitiin gara hulee «Armaageedoon» jedhamutti wolgayan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

16 Hafuuronni'llee nugusota afaan worra Ibirootaatiin Armaagedoon bakka jedhamutti, isaan wolitti ni qaban.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

16 Afaan Ibraayisxiitiin gara hulee «Armaageedoon» jedhamutti wol gayan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 16:16
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Philaaxoosillee waan kana dhagayee, Yesuusiin gara diidaa gad baasee, gara hulee dhagaa baxxichaa ka afaan Ibiraayisxiitiin, «Gabataa» jedhamuutitti barcumaa murti'ii irra taa'e.


Yesuusiinillee qabanii deemaniin, fannoollee baadhatee afaan Ibiraayisxiitiin gara gaara, «Golgootaa» jedhamu hulee «Buqqee mata'aa» jedhamuutti baye.


Yerusaaleemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibiraayiisxiitiin «Beetasayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.


Nu maruu hennaa lafati gad kufne, ‹Saa'ol! Saa'ol! maaf na ariita? Arfii sibiilaa kana yoo mormite sitti jabaata› laagaa jedhu afaan Ibiraayisixiitiin hennaa natti dubbatu dhagaye.


Kunniin hoola'aan lolan, hoolaan sun Gooftaa Gooftotaatii fi mootii mootootaa waan ta'eef, isaan mooyata worri isa woliin jiran worri waamamanii fi worri filataman akkasuma worri amanaman hin mooyatan.»


Isaan mootii qaban; innillee Maleekkaa ashuuteeti. Maqaan isaa afaan Ibraayisxiitiin «Abdoon» Afaan Giriikiitinillee «Aphaliyoon» jedhama.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ