Mudhata Yohaannisii 16:12 - WAADAA LAMMATAA12 Maleekkaan jahaffa'aallee mijuu laga guddaa Efiraaxes jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan, karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa12 Maleyikkaan jahaffaa duloo laga ol aanaa Efraaxiisii irratti ni jisse, nugusota gara baya adu'uutii dhufaniif karaa qopheesu'uuf, bishaan lagichaa ni goge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu12 Maleekkaan jaheesso'oollee mijuu laga guddaa Efraaxis jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |