Mudhata Yohaannisii 15:6 - WAADAA LAMMATAA6 Maleekkaa torbaa ka balaa torbaa harkaa qaban, mana woyyu'uutii bayanii, uffata fuuttaa irraa hojjataman uffata mishaa qandhafaa uffatan, qaama isaanii ka sabbata worqi'iitiin hidhatan arge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 balaawwan torbanuu ka qabatanii ka jiran maleyikkoonni torbaa Mana Waaqeffanna'aatii ni bayan, uffata qulqulluu calaqisu adii leelashe'ee uffatanii jiran turan, laphee isaanii'llee woraanittillee worqqi'iitiin hidhatanii jiran ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Maleekkonni torbaa ka balaa torbaa harkaa qaban mana woyyu'uutii bayanii, uffata fuuttaa irraa hojjataman uffata mishaa qandhafaa uffatan; qaama isaanii ka sabbata worqi'iitiin hidhatan arge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |