Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 15:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Kanaan maayii dukkaanaan raga'aa woyyuun ka sami'ii hin baname,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

5 Kanaan duubatti ni laale, kunoo, ragummaa ka ta'e dukkaanni Manni Waaqeffanna'aa, sami'itti ni baname,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Kanaan maayii daaseen raga'aa woyyuun ka sami'ii hin baname,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 15:5
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Golgi mana woyyuu olii haga gadii bakka lammatti biinxame Lafti hin sochoote, Dhagaanillee hin babbaqaqe;


Dukkaanni gadoonni keessatti tajaajilan kun dukkaanaa samii gubbaa jiruuf fakkeennaaf gaaddiddu'u, hennaa Muuseen dukkaanaa ijaaru'uuf ka'e, Rabbi, «Waa maraa malaan akkuma fakkeenna gaara irratti sitti mudhisetti uf eeggadhuu huji!» jedheeniiti.


Manni woyyuu Rabbii ka samii jiru baname; «Saanduundhi waada'aallee» mana woyyu'uu keessatti mudhate, laagaa, bakakkaa, gigissaa, sochii lafaatii fi baradaan guddaan uumame.


Rabbiinillee arrabsu'uuf maqaa isaatiif hulee bultii isaa ta sami'ii worra bulullee arrabsu'uuf afaan banate.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ