Mudhata Yohaannisii 14:9 - WAADAA LAMMATAA9 Maleekkaan sadaffa'allee laagaa gudda'aan akkana jedha'aa isaan faanaa deeme, «Ka bineensaa fi fakii isaatii sagadu yookiin kallacha ufii yookiin harka ufii irratti ka malkata isaa godhatu eennullee yoo jiraate, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Ka bira'aa maleyikkichi sadaffa'aa'llee qoonqqa ol aana'aan akkana jedha'aa isaan ni horddofe, «Bineensichaa fi suuraa isaatiif ka sagadan, malikata isaa kallacha isaanii irratti yookiin harka isaanii titti ka godhatan marrinuu, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Maleekkaan sadeesso'oollee laagaa gudda'aan akkana jedha'aa isaan faanaa deeme, «Ka bineensaa fi fakii isaatii sagadu, yookaan kallacha ufii, yookaan harka ufii irratti ka malkata isaa godhatu eennullee yoo jiraate, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |