Mudhata Yohaannisii 14:2 - WAADAA LAMMATAA2 Laagaa akka bisaan gudda'aa akka gigissaa gudda'aa sami'ii dhagaye. Laagaa akka worra dibbee dhayuu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Sami'ii'llee qooniqqa fincaayaa bishaan ol aanaa fi qoonqqa hangaasuu ol aana'aa fakkaatu ni dhagaye, qooniqqi dhagaye'llee kiraara sirreesttoonni haala qoonqqa kiraara itti sirreessanii qoonqqa dhagayan ka fakkaatu ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Laagaa akka bisaan gudda'aa akka gigissaa gudda'aa sami'ii dhagaye. Laagaa akka worra dibbee dhayuu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Worri dibbee dhayanii fi laagaa faarfatu meeshaa laagaa adda addaa qabu; laagaan finge'eetii fi xurumbaa afuufamu ammaa achi sirimaa si keessatti hin dhagayamu. ogummaan harkaa marti ogeessi tokkollee amma achii si keessatti sirima hin argamu, laagaan baaburaa, ammaa achi si keessatti sirima hin dhagayamu;