Mudhata Yohaannisii 13:4 - WAADAA LAMMATAA4 Jawwe'eellee hin sagadan, waan inni bineensaa baallii kenneruuf, «Binneensa eentu fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Bineenssichaaf aangoon kennamuu isaatiin namoonni marrinuu xarichaaf ni sagadan, «Bineensicha ka fakkaatu eennu ree? Isa woliin'llee eennutu wol woraanu'uuf danda'aa? jedha'aa isaaf ni sagadan.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Jawwe'eellee hin sagadan; waan inni bineensaa baallii kenneeruuf, «Eentu bineensa kana fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |