Mudhata Yohaannisii 13:3 - WAADAA LAMMATAA3 Mataa isaa torban keessaa tokko ka akka waan goorra'amee du'ee ta'e arge; madaa isa ajjeesu'uuf ta'u irraa hin fayye. Baniin lafarraa maruu bineensa duukaa deema'aa maalalfatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Mataawwan bineenssa keessaa tokko madaa du'aan isa gayu akka qabuu ta'ee ni arggeen, garuu madaan du'aan isa gayu fayyee jira, arddiin biyyi marrinuu maalalu'uun bineensicha ni horddofe, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Mataa isaa torban keessaa tokko ka akka waan goorra'amee du'ee ta'e arge; madaa isa ajjeesu'uuf ta'u irraa hin fayye. Baniin lafa irraa maruu bineensa duukaa deema'aa maalalfatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi ati argite duri jira, amma ammoo hin jiru, ashuuteen keessaa bayu'uuf ta'a, gara badi'iillee hin deema, worri maqaan isaanii uumama adunya'aa irraa jalqabee Kitaaba jireennaatitti hin barreeffamne, worri lafa irra jiraatan akka bineensi jiru, ka amma hin jirre, deebi'ee akka dhufe haga argan hin maalalfatan.