Mudhata Yohaannisii 13:2 - WAADAA LAMMATAA2 Bineensi ani arge sun, Qeerransa fakkaata; lutti isaa akka luka Awaaldiigessaa, afaan isaa akka afaan leencaa ti, Jawweenillee hunna ufii, teessoo ufiitii fi baallii ufii guddaa kenneef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Bineenssi arge'llee qeerranssa ni fakkaata ture, miilli isaa miila goljja'aa, afaan isaa'llee afaan leeniccaa ni fakkaata ture. Xaraan huminna fi teessoo aangoo guddaa'llee, bineesichaaf ni kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Bineensi ani arge sun qeerransa fakkaata; lutti isaa akka luka Awwaaldiigessaati; afaan isaa akka afaan leencaati; Jawweenillee hunna ufii, teessoo ufiitii fi baallii ufii guddaa kenneef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |