Mudhata Yohaannisii 13:1 - WAADAA LAMMATAA1 Bineensi tokkollee uduu galaana keessaa bayu arge. Gaafa kudhanii fi mataa torba qaba. Gaafa isaa irra qoobii kudhanii fi mataa isaa torban irraa maqaa arrabaatitu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti bineenssi tokko garba ciisaa keessaa yoo bayu ni arge, gaaffan kudhanii fi mataawwan torbaa ni qaba ture, gaaffan isaa irra'llee gonfatawwan kudhanii ni jiran ture, mataawwan isaa irra'llee maqaan arrabaa ni jira ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Kanaan maayessa bineensi tokkollee uduu galaana keessaa bayu arge. Gaafa kudhanii fi mataa torba qaba. Gaafa isaa irra qoobii kudhanii fi mataa isaa torban irra maqaa arrabaatitu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |