Mudhata Yohaannisii 12:5 - WAADAA LAMMATAA5 Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitiif gara teessoo isaa ol fudhatame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 dubarttiin'llee ummata mara ulee sibiilaatiin ta bitu ilma dhiiraa ni deette, ilmi isi'ii garuu gara Waaqaatii fi gara teessoo isaa titti ni fudhatame, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitii fi gara teessoo isaa ol fudhatame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |