Mudhata Yohaannisii 11:9 - WAADAA LAMMATAA9 Worra gosa afaan adda addaa, fi worra Yihuudota hin taanee, Reeffa isaanii guyyaa sadihiifi wodhakkaa lafatti laalan. Reeffi isaanii akka awwaalamu hin dhiisan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Worra adda addaatiif gosoota, afaan adda addaa dubbattootaatii fi ummattoonni, guyyaa sadihii fi wolakka'aaf reeffa isaanii ni laalan, reeffi isaanii akka hin awwaalaminneef'llee ni dhoogan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Worra gosa afaan adda addaatii fi worra Yihuudota hin taanee, Reeffa isaanii guyyaa sadihii fi wodhakkaa lafatti laalan. Reeffi isaanii akka awwaalamu hin dhiisan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |