Mudhata Yohaannisii 11:6 - WAADAA LAMMATAA6 Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Isaan raaga ka itti dubbatan guyyoota kanniintti roobinni akka hin roobinneef samii cufu'uuf aangoo ni qaban, akkuma kana bishaanota gara dhiigaa titti jijjiiru'uu fi yeroo barbaadan yeroma kamittuu, balaa bifa kamiitiinuu arddii dhayu'uuf aangoo ni qaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, hennaa bisaan gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |