Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 11:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Sami'iillee laagaa guddaa, «Garana ol bayaa'a!» jedhu dhagayan. Isaanillee uduu diintonni isaanii laalan gara sami'ii duumessaan ol bayan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

12 Kanaan duubatti nabiyyoonni lamaan, «Garana gara olii ni bayaa!» qoonqqa jedhu ol aanaa sami'ii ni dhagayan, uduma diinonni isaanii isaan laalan'llee, duumessa keessa gara sami'ii ol ni bayan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

12 Sami'iillee laagaa guddaa, «Garana ol bayaa'a!» jedhu dhagayan. Isaan uduu diintonni isaanii laalan gara sami'ii duumessaan ol bayan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 11:12
21 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Uduu inni asaaba keessatti rakkata'aaru ol midhatee Abrahaamiin fago'ootti argee, Al'aazaariinillee Abrahaamiin biratti arge.


Kana haga dubbateen maayii uduma isaan isa argan gara sami'ii ol fudhatame; duumeessillee ija isaanii afo'oo isa dhosse.


Achiin maayii, nu worri jiraata'aarru, Gooftaa qilleensa irratti reebbachu'uuf isaan woliin duummeessaan ol fudhatamna. Achiin maayii hennaa maraa Gooftaa woliin jiraanna.


Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitiif gara teessoo isaa ol fudhatame.


Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyya irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.


Achiin maayii ani ol laalee samii keessatti balbala baname arge. Laagaa akka Xurumba'aatitti natti dubbatu dhagaye. Laagaan duraan dhagaye, «As bayi ani waan duranaa ta'u'uuf ta'u sitti mudhisaa» naan jedhe.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ