Mudhata Yohaannisii 11:10 - WAADAA LAMMATAA10 Raattonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa10 Nabiyyoonni lamaan kunniin namoota arddi'ii sarddamisiisanii waan turaniif, namoonni arddii irra jiraatan marrinuu du'a nabiyyootaatiin ni gammadan, gammachu'uun'llee aayyaana ni qopheessan, kennaa'llee wol ni jijjiiran. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Ragoonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan; gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |