Mudhata Yohaannisii 11:1 - WAADAA LAMMATAA1 Waan ulee fakkaatu ka ittin madaalan naa kennee, «Ka'iitii mana woyyuu Rabbii, waan kennaa irratti dhiyeessanii fi worra achitti sagadanillee bikki» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti ulee akka bikkiinssaaf tajaajililuu ka ooyya'aa tokko naaf ni kenname, akkana'llee ni jedhame, «Ka'i, Mana Waaqaa ka Waaqeffanna'aatii fi furdda isaa'llee bikki, worra achitti Waaqeffatan'llee laakkayi, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Waan ulee fakkaatu ka ittiin madaalan naa kennee, «Dhaqiitii mana woyyuu Rabbiitii fi waan ciincaa itti dhiyeessanillee bikki; worra achitti waaqeffatullee laakkayi» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |