Mudhata Yohaannisii 10:9 - WAADAA LAMMATAA9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammoo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Gara maleyikkichaa'llee dhaqee, «Kitaaba shiikkittii maramttuu kaldho'oo naaf kenni» ni jedheen, «Inni'llee fudhadhuutii nyaadhuun, garaa kee keessatti hadhaayaa ni taati, afaan keetitti garuu akka dammaa titti ni mi'ooftti» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Kitaabattii diqqoo naa kenni jedheen. Innillee, «Fudhadhuutii nyaadhu; garaa keellee hin hadheessitii, afaan keetitti ammo akka dammaa mi'oofti» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |