Mudhata Yohaannisii 10:5 - WAADAA LAMMATAA5 Maleekkaan ani arge, Galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Kanaan duubatti garba ciisa'aa fi arddii irra dhaabatee maleyikkichi arge harka isaa ka mirgaa gara sami'ii ol qabeet, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Maleekkaan ani arge, galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Amalli isaa ka hin mudhanne, innillee hunna isaa ka bara baraa akkasuma Waaqumaan isaa uumama adunya'aatii jalaqabee, karaa waan inni uummeetiin beekkamee ifa ta'ee waan mudhatuuf; kanaafuu Rabbiin beeka'aa akka Rabbummaa isaatitti waan hin kabajjinee fi waan hin galateeffanneef waan itti sababatan dhaban. Haata'uu ammoo yaada isaaniitiin duwwaa ta'an; qalbiin isaanii ta hin hubbanee fi ta dukkanoofte.