Mudhata Yohaannisii 10:4 - WAADAA LAMMATAA4 Hennaa gigissaan torbaa dubbatu, barreessuu yaade, «Sami'ii waan gigissaan torbaa dubbate chaappa'aan cufi malee, hin barreessin» laagaa jedhu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Bakakkaawwan torbban qooniqqa isaanii yeroo dhageesisanitti ani barreessu'uuf ni yaade, garuu, «Bakakkaawwan torbanuu waan dubbatan cufiitii dhossa'aa qabi malee hin barreessiniin!» qooniqqa jedhu, sami'ii ni dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Hennaa gigissaan torbaa dubbatu, barreessuu yaade, «Sami'ii waan gigissaan torbaa dubbate chaappa'aan cufi malee hin barreessin» laagaa jedhu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |