Mudhata Yohaannisii 10:1 - WAADAA LAMMATAA1 Maleekkaan jabaan biraallee duumeessa uffatee ka sami'ii bu'u arge. Mataa isaa irra funyaan karaabaatitu jira. Fuulli isaallee akka adu'uu, lutti isaallee akka ibidda dhaga'aa ti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti duumessa ka uffate maleyikkichi cimaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, nannoo mataa isaa funyaan karaabaa ni jira ture, fuulli isaa akka adu'uu, miila isaa'llee akka utubaawwan ibiddaa ni turan, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Maleekkaan jabaan biraallee duumessa uffatee ka sami'ii bu'u arge. Mataa isaa irra funyaan karaabaatitu jira. Fuulli isaallee akka adu'uu, lutti isaallee akka ibidda dhaga'aati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |