Mudhata Yohaannisii 1:7 - WAADAA LAMMATAA7 Inni duumeessaan dhufa, ijji maruu isa argiti, worri isa woraanellee hin argan. Baniin adunyaa tana irraa maruu sababaa isaatiif gadda'aa booyan. Ee! Akkasuma ta'a. Amiin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 Kunoo duumessa keessaan ni dhufa, namoonni isa woraanan'llee uduu hin hafin naminni marrinuu ni arigaan, ummatoonni arddi'ii marrinuu sababa isaatiin ni booyan, wonitti kun dhuga'a, Ameen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Inni duumessaan dhufa, ijji maruu isa argiti, worri isa woraanellee hin argan. Baniin adunyaa tana irraa maruu sababaa isaatiif gadda'aa booyan. Ee! Akkasuma ta'a. Amiin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.