Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 1:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoolaa adi'ii akka barada'aa, ijji isaallee akka arraba ibiddaati.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

14 Mataan isaatii fi rifeenissi mataa isaa'llee suufa akka barada'aa fakkaatu adii ni ture, ijji isaa'llee akka arraba ibiddaa ni turan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

14 Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoola'aa adi'i; akka barada'aa addaata; ijji isaallee akka arraba ibiddaati.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 1:14
5 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Bifti Maleekka'aa akka bakakka'aa, uffanni isaallee akka barada'aa adi'i.


Iji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa ka isaa malee ka eennullee hin beenne qaba.


«Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa ta Tiyaaxiroon keessa jirttu akkana jedhii barreessi. Ilmi Rabbii ka ija akka arraba ibiddaa ka lutti isaa akka sibiila boola ibiddaa keessatti oo'ee diimate fakkaatu qabu akkana jedha.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ