Mudhata Yohaannisii 1:13 - WAADAA LAMMATAA13 Baattota ibsaa Worqi'ii torba arge. Baattota wodhakka'atti waan ilma namaa fakkaatu arge, innillee uffata dheeraa haga lukaa gawu uffatee sibiila worqi'ii qomatti hidhateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa13 baattuuwwan jiddu'uutti'llee Ilma Namaa ka fakkaatu ni arge, inni'llee haga miila isaa ka gayu uffata dheeraa ka uffate, laphee isaa titti'llee lapheen isaa'llee woraanittillee worqqi'iitiin ka hidhate ni ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu13 Baattuuwwan ibsaa worqi'ii torba arge. Baattuuwwan wodhakka'atti waan ilma namaa fakkaatu arge; innillee uffata dheeraa haga lukaa gawu uffatee sibiila worqi'ii qomatti hidhateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |