Hujii Ergamootaa 2:4 - WAADAA LAMMATAA4 Isaan maruu Ayyaana Woyyu'uun guuttamanii akka Ayyaanni isaanii kennetti afaan garagaraa dubbachuu jalqaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Marrinuu Hafuura Qulqulluun ni guuttaman, Hafuura Qulqullu'uun akka dubbataniif haga dandeettii isaanii kenneetiin'llee, afaanota bira'aatiin dubbachuu jala ni qaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Isaan maruu Ayyaana Woyyu'uun guuttamanii akka Ayyaanni isaanii kennetti afaan gara garaa dubbachuu jalqaban. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |