Hujii Ergamootaa 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Dimmaa akka bubbee lafaa ol nama butuutitti samii irraa laagaan dhufee mana keessa taa'anii jiran san maraa guute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 dimmaa qooniqqiti honbololattiin bubbee cimttu'uu fakkaatu samii ni dhufe, mana keessa turan'llee ni guute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 dimmaa akka haboonbolattii cimaa lafaa ol nama butuutitti samii irraa laagaan dhufee mana keessa taa'anii jiran san maraa guute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |