Gara Worra Qolasaayisii 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa, akkuma barattanitti, amanta'aan dhaabadha'aa, worra guddisee galateeffatu ta'aa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 isaa irratti hundoofttaniitii fi ijaaramttanii akkaataa barattaniiin, amantii keessaniin jabaadha'aatii jiraadhaa, galata guutee hafu'llee dhiyeessaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa; akkuma barattanitti amanti'iin dhaabadha'aa; worra guddisee galatoonfatu ta'aa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Eegasuu Oduu Nagayaa waan Gooftaa Yesuus Kiristoosii himame, ka woggaa bara dheeraa dhokate. Amma ammoo ka mudhate ka kitaaba Raattotaatiinillee himame; Rabbi baraa haga bara baraa ajaje amantaa ajajamu'uun akka ta'u haga dhossaan worra Yihuudota hin taane marrati beekkame; haga isinitti mudhate ka isin jajjabeessuu danda'u,