Gara Worra Qolasaayisii 2:1 - WAADAA LAMMATAA1 Waan keessaniif worra Lodoqiyaa jiran fuula kiyyallee worri hin argine martinuu dadhabbii guddaa attamii akka qabu akka beettan fedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Waayee keessan fi waayee namoota Loodoqiyaa jiraniitiif, akkuma kana fuuluma kiyya'llee arganii waayee namoota hin beekinne maraafuu, hagam woldhaanssoo cimttuu akka taasisu akka beekittaniif ni jaaladha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Waan keessanii fi worra Lodoqiyaa jiran fuula kiyyallee worri hin argine martinuu dadhabbii guddaa attamii akka qabu akka beettan fedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |