Gara Worra Qolasaayisii 1:3 - WAADAA LAMMATAA3-5 Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantaa isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageenneeti, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galateeffanna. Waan abdii kanaa dhugaa dubbii Oduu Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Isiniif yeroo kadhannutti Abbaan Gooftaa keenna Yesus Krstosii Waaqa Abbaa yeroo mara ni galateeffannaan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3-5 Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantii isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageennee, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galatoonfanna. Waan abdii kanaa dhugaa jecha Dubbii Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hennaa faateffannu waan keessan yoo yaannu, hujii amantaa keessanii, dadhabbii jaalala keessanii, abdii Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin waan jabaattaniif Abbaa keennaa fi Waaqa keenna afo'otti yaada'aati uduu addaan hin kunne hennaa maraa Rabbii keenna sababa keessan maraatiif hin galateeffanna.