Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 4:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Akkasuma nullee Ayyaanaan uduu hin guddatiniin duratti, seera biyya lafaatiif garboota turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Akkuma kana nu'u waan hafuuraatiin akka daai'maa yeroo turretti naamusa biyya lafaa kanaaf bitamttoota taanee, garboota ni turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Akkasuma nullee Ayyaanaan uduu hin guddatiniin duratti, seera biyya lafaatiif garboota turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 4:3
20 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isin dadhabdoonni worri ba'aan keessan isinitti ulfaate maruu gara kiyya koottaa'a. Ani hara isin baafachiisa.


Yesuusillee Yihuudota isatti amananiin, «Isin yoo dubbii kiyyaan jiraattan, isin dhugamaan darasoota tiyya, dhugaallee hin beettan dhugaanillee bilisa isin baasa» isaaniin jedhe.


Eeganaa waan nu'u fi abbootiin teenna baadhatuu hin dandeenne qambaraa gurmuu darasootaa irratti fe'u'uun amma maaf haga Rabbii laaltan?


Seerri ayyaanticha akka ta'e hin benna. Ani ammoo nama foonii ka cubbu'uu gadii ta'u'uuf gurgurame.


Isinillee Ayyaana ilmumma'aa ka Aabba Aabbaa jennee ittiin waamnu argattan malee, deebitanii Ayyaana soda'aatii fi garbumma'aa hin arganne.


Eennullee yoo garbicha isin godhate, eennullee yoo isin nyaate, eennullee yoo isin saame, eennullee yoo isinitti uf jaje, eennullee boqoo keessan dhabanaasa'aan yoo isin dhaye hin obsitan.


Haata'uu ammoo, garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.


Eegasuu seerri maali'iif kenname? Haga fiixaan abdiin keennameef sun dhufuuf, seera diiguun maal akka ta'e mudhisu seerri eda'amee kenname.


Haata'uu ammoo, haga guyyaa gaafa haganaa abbaan qabeetitti harka worra isaa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.


Wonti kun akka fakkeennaatitti fudhatama; dubartoonni lamaan tunniin akka waadaa lamaaniititti laallaman. Dabra Siinaa keessaa takkattiin garbumma'aaf ijoollee deetti; Isiinillee Aggaari.


Aggaariin tun ta Dabra Siinaa lafa Arabaa keessa jirtu fakkaati. Ammallee Yerusaalemii amma jirtu tana fakkaatti. Ijoollee isi'ii woliin garbummaa keessa waan jirtuuf.


Kanaafuu obboleeyyan tiyya, nu ijoollee bantitti'iiti malee, ta garbitti'iitii miti.


Haata'uu ammoo, hennaa san Rabbiin uduu hin beekin, amala keessaniin ka waaqa tolfama'aaf garboota taatan.


Amma ammoo haga Rabbiin beettan, keessattuu haga Rabbiin beekkamtaniin maayessa, attamitti deebitanii gara dadhabi'ii, gara waan tuffatamee fi gara barumsa duraa ka faayidaa hin qabnee garagaltanii, garbicha taatanii isaanii bitamuu feetanii?


Barumsa duraa ka adunya'aa irraa fagaattanii Kiristoosiin woliin yoo duutan.


Akka barumsa Kiristoosiititti uduu hin taane, akka aadaa namaatiif akka nama adunyaa tanaa akka barumsa duraa waa uumu'uun soba'aa eennullee akka isin hin boojine uf eegaa'a.


Isin hennaa tana silaa barsiisota ta'utu isin barbaachisa. Amma ammo akka namni tokko dubbii Rabbii ka jalqabaa irraa deebi'ee barumsa biraa isin barsiisuu barbaachisa; akka kanaan wonti isinii ta'u aannan malee nyaata jaba'aa miti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ